SERMOCAVAn Koreelee Hojii Hawaasaa Hojjatan Lama Filate

(Oromocentre, Melbourne, 25 Guraandhala 2012) Miseensoti SERMOCAVA walgahii addaa Guraandhala 25, 2012 godhatan irratti  koreelee dhimma waldaa hawaasaa hojjatan lama filate.

Koree maanguddootaa ijaaruuf yaada dhiyaate irratti manni marii bal’aa erga godhee booda barbaachisummaa koree sanaa irratti waliigalanii, koree san  ijaaruuf garuu Kaayyoo fi Hojiin akkasums Qajeelamni koree kanaa ifatti beekamuu waan qabuuf koreen dhimma kana wixineessitu akka hundeffamtu godhamee jira.

Akkasumas hojii barnota hawaasaa kan gaggeessan Koreen Barnootaa miseensota shan of keessaa qabu kan filame yoo ta’u, miseensoti kunneen sagantaa barnootaa hawaasaa kan gaggeessan ta’uun sirna kana irratti ibsamee jira.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: