Waamicha: Sagantaa BBQ

Waldaan hawaasa Oromoo Melboorne Kibba Bahaa (SERMOCAVA) sagantaa Bashannana maatii ijoollee qopheessee jira.  Waan kana ta’eef miseensi waldaa hawaasa Melboore Kibba Baha taatan Amajjii 14, 2012, guyyaa Sanbata duraa maatii keessan /ijoollee/ qabachuun ganama sa’a 09:00wd/am buufata baaburaa Noble Parkitti akka argamtan jechaa miseensonni carraa geejiba hin qabne Atobusiin kan qophaa’u yeroo ta’u konkolaataa ofiitiinis adeemuun ni danda’ama.

Bakki  ………………………………….Cardinia Reservoir Park, Karaan nama geessu Wellington Road, Cardinia Creek Road Melway: page 126 A12 or 210 C11.

Guyyaan ……………………………Amajjii 14, 2012

Saa’atiin …………………………… 09:00wd ta’a —saa’atii itti Noble Park wal agarree kaanu.

NB   1. Saa’atiin kabajamuu qaba

2. Konkolaataa ofiitiin deemuunis ni danda’ama.

KHR SERMOCAVA.

 

Comments

  1. Hawwiibilisummaa says:

    Galatoomaa,

    Jabaadhaa

Trackbacks

  1. […] ;  Visit:- http://oromocentre.org/events/waamicha-sagantaa-bbq/ Share this:TwitterFacebookLike this:LikeBe the first to like this post. Filed Under: Uncategorized […]

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: